1 ሳሙኤል 1:17 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Kana irratti Eliin,<<Nagaadhaan dhaqi! Waaqayyo inni kan Israa'el waan ati isa kadhatte siif haa kennu!>> jedheen. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Eeliinis, “Nagaan deemi; Waaqni Israaʼel waan ati kadhatte siif haa kennu” jedhee deebiseef. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ኤሊንስ፣ “ነጋን ዴም፤ ዋቅን እስራኤል ዋን አት ከዸቴ ሲፍ ሃኬኑ” ጄዼ ዴብሴፍ። Sien die hoofstuk |