1 ሳሙኤል 1:10 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Haannaan garaa isheetti guddaa gadditee, mararamtee boo'aa Waaqayyoon in kadhatti turte. Sien die hoofstukHiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Haannaanis guddaa gadditee hiqqifatee booʼuudhaan Waaqayyoon kadhatte. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ሃናንስ ጉዳ ገድቴ ህቅፈቴ ቦኡዻን ዋቀዮን ከዸቴ። Sien die hoofstuk |