Aanlyn Bybel

- Advertensies -




1 ጴጥሮስ 1:2 - Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

2 Isin akka akeeka Waaqayyoo abbaatti, Yesus Kristosiif abboomamuuf, dhiiga isaatiinis qulleeffamuuf, hafuura qulqulluudhaan qulqulleeffamtanii fo'amtaniittu. Ayyaannii fi nagaan isiniif haa baay'atu*!

Sien die hoofstuk Kopieer

Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

2 kanneen akka beekumsa Waaqa Abbaatti, karaa hojii qulqulleessuu Hafuuraatiin, akka Yesuus Kiristoosiif ajajamanii fi akka dhiigni isaa isaanitti facaafamuuf filatamaniitti: Ayyaannii fi nagaan isiniif haa baayʼatu.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

2 ከኔን አከ ቤኩምሰ ዋቀ አባት፣ ከራ ሆጂ ቁልቁሌሱ ሀፉራቲን፣ አከ ዬሱስ ክርስቶሲፍ አጀጀመኒፊ አከ ዺግንሳ እሳንት ፈጫፈሙፍ ፍለተመኒት። አያኒፊ ነጋን እስኒፍ ሃባይአቱ።

Sien die hoofstuk Kopieer




1 ጴጥሮስ 1:2

Volg ons:

Advertensies


Advertensies