ፊልጵስዩስ 4:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Isin waan narraa barattan yookaan narraa argattan yookaan narraa dhageessan yookaan narratti argitan hunda isinis akkasuma godhaa. Waaqni nagaa isin wajjin ni taʼa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Wanta ana irraa bartan, ana irraa fudhattan, ana irraa dhageessan, utuun hojjedhuus waan argitan, isinis akkasuma godhaa! Waaqayyo inni nagaa kennu isinii wajjin in ta'a*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 እስን ዋን ነራ በረተን ዮካን ነራ አርገተን ዮካን ነራ ዸጌሰን ዮካን ነረት አርግተን ሁንደ እስንስ አከሱመ ጎዻ። ዋቅን ነጋ እስን ወጅን ንተአ። Sien die hoofstuk |