ፊልጵስዩስ 4:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu. Gooftaan dhiʼoo jira. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Garraamummaan keessan nama hundumaa biratti haa beekamu! Gooftaan dhi'oo dha, dhi'ootti in dhufas*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 ገራሙማንኬሰን ነመ ሁንዱማ ብረት ሃቤከሙ። ጎፍታን ዽኦ ጅረ። Sien die hoofstuk |