ፊልጵስዩስ 4:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 Ani akka isaan Gooftaadhaan yaada tokko qabaataniif Ewoodiyaanin nan kadhadha; Sinxiikeenis nan kadhadha. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 Obboleetonni keenya Ewodiyaa fi Sinxiikeen maqaa gooftaatiin yaada tokkotti akka waliif galaniif lachuu isaanii nan gorsa*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 አን አከ እሳን ጎፍታዻን ያደ ቶኮ ቀባተኒፍ ኤዎድያንን ነንከዸዸ፤ ስንጤኪኒንስ ነንከዸዸ። Sien die hoofstuk |