ፊልጵስዩስ 4:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Ani kaffaltii guutuu argadhee caalaa iyyuu qabaadheera; kennaa isin ergitanis Ephafroodiixuu harkaa fudhadhee hamma na gaʼu argadheera. Kunis kennaa urgaaʼaa fi qalma fudhatamaa Waaqa gammachiisuu dha. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Ammas wanti hundinuu guutummaatti na ga'eera, kan ga'u caalaas fudhadheera. Kennaan isin ergitan, akka aarsaa urgaa'aa fi qalma Waaqayyo duratti fudhatamee isa gammachiisuu ti; kennaa kana immoo Ephafrodixos harkaa fudhadhee guuttadheera*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 አን ከፈልቲ ጉቱ አርገዼ ጫላዩ ቀባዼረ፤ ኬና እስን ኤርግተንስ ኤጰፍሮዲጡ ሀርካ ፉዸዼ ሀመ ነ ገኡ አርገዼረ። ኩንስ ኬና ኡርጋኣፊ ቀልመ ፉዸተማ ዋቀ ገመቺሱዸ። Sien die hoofstuk |