ፊልጵስዩስ 4:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Tasaloniiqeetti iyyuu gargaarsa deddeebiftanii anaaf ergitaniittu*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዬሮ አን ተሰሎኒቄ ቱሬትሌ ዮሙ አን ረከዼት እስን ዬሮ ቶኮ ኦል ገርጋርሰ ናፍ ኤርግተኒቱቲ። Sien die hoofstuk |