ፊልጵስዩስ 4:11 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Ani waan waa dhabeef akkana jechaa hin jiru; haala kam iyyuu keessatti na gaʼa jechuu baradheeraatii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Kana jechuun koo waa dhabee komachuu koo miti; ani akka kamitti iyyuu of danda'ee jiraachuu bareera*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አን ዋን ዋ ዸቤፍ አከነ ጄቻ ህንጅሩ፤ ሃለ ከምዩ ኬሰት ነ ገአ ጄቹ በረዼራቲ። Sien die hoofstuk |