ፊልጵስዩስ 4:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Sababii isin dhuma irratti deebitanii naa yaaduu jalqabdaniif ani Gooftaatti baayʼee nan gammada. Dhugumaanuu carraa ittiin argisiiftan dhabdaniiti malee isin durumaanuu naa yaadaa turtan. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Isin amma anaaf dhimmuun keessan guutummaatti akka lubbuu godhatu gochuu keessaniif gooftaatti guddaa nan gammade. Duraan iyyuu dhuguma anaaf in dhimmitu turtan, garuu kana mul'isuudhaaf fucha hin arganne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ሰበቢ እስን ዹመረት ዴብተኒ ናፍ ያዱ ጀልቀብደኒፍ አን ጎፍታት ባይኤ ነንገመደ። ዹጉማኑ ጨራ እቲን አርግሲፍተን ዸብደኒት መሌ እስን ዱሩማኑ ናፍ ያዳ ቱርተን። Sien die hoofstuk |