ፊልጵስዩስ 3:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 waaʼee hinaaffaa, ani waldaa kiristaanaa ariʼachaan ture; waaʼee qajeelummaa seera eeguun argamuus ani mudaa hin qabu ture. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Seera sanaaf hinaafuu irraa kan ka'e waldaa amantootaa ari'achaan ture; qajeelummaan seericha eeguudhaan in argama utuu ta'ee, ani isatti mudaa hin qabun ture*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ዋኤ ህናፋ፣ አን ወልዳ ክርስታና አርአቻን ቱሬ፤ ዋኤ ቀጄሉማ ሴረ ኤጉን አርገሙስ አን ሙዳ ህንቀቡ ቱሬ። Sien die hoofstuk |