ፊልጵስዩስ 3:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yaa obboloota, fakkeenya koo duukaa buʼuudhaan warra kaaniin tokko taʼaa; warra fakkeenya nu isinii kennineen jiraatanis hubadhaa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Obboloota ko, fakkeenya koo fudhachuutti waliif galaa! Akka fakkeenya nuyi isiniif kennineetti warra jiraatan ilaalaa*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ያ ኦቦሎተ፣ ፈኬኘኮ ዱካ ቡኡዻን ወረ ካኒን ቶኮ ተኣ፤ ወረ ፈኬኘ ኑ እስኒ ኬንኔን ጅራተንስ ሁበዻ። Sien die hoofstuk |