ፊልጵስዩስ 3:1 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa1 Dhuma irrattis yaa obboloota ko, Gooftaatti gammadaa! Ani waanuma kanaan duraa irra deebiʼee isinii barreessuun na hin dhibu; kun isiniif eegumsa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo1 Kana irraa kan hafes yaa obboloota ko, gooftaatti gammadaa! Wanta ani kanaan dura isiniif caafe caalaatti isiniif cimsuudhaaf, keessa deebi'ee isiniif caafuun ana hin dhibu*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ1 ዹመረትስ ያ ኦቦሎተኮ፣ ጎፍታት ገመዳ! አን ዋኑመ ከናን ዱራረ ዴብኤ እስኒ በሬሱን ነ ህንዽቡ፤ ኩን እስኒፍ ኤጉምሰ። Sien die hoofstuk |