ፊልጵስዩስ 2:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kanaafuu Waaqni akka malee ol isa qabe; maqaa maqaa hunda caalus isaaf kenne. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Kanaafis Waaqayyo waan hundumaa irra caalchisee guddaa ol isa qabe; maqaa isa maqaa kam irra iyyuu caalu kenneeraaf*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከናፉ ዋቅን አከ መሌ ኦል እሰ ቀቤ፤ መቃ መቃ ሁንደ ጫሉስ እሳፍ ኬኔ። Sien die hoofstuk |