ፊልጵስዩስ 2:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 qooda kanaa inni bifa garbaa uffatee fakkaattii namaa fudhachuudhaan duwwaa of godhe. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Inni ulfina sana gad dhiisee, akka waan, waan tokkotti hin galle of godhe; bifa garbummaa in fudhate; fakkaattii namummaatiin in dhalate, waan hundumaanis nama ta'ee argame*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ቆደ ከና እን ብፈ ገርባ ኡፈቴ ፈካቲ ነማ ፉዸቹዻን ዱዋ ኦፍ ጎዼ። Sien die hoofstuk |