ፊልጵስዩስ 2:30 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 inni gargaarsa isin naa kennuu hin dandaʼin naa kennuuf, jireenya isaa illee dabarsee kennuun, hojii Kiristoosiif jedhee duʼuu iyyuu gaʼee tureetii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Inni sababii hojii Kristosiif du'atti dhi'aate, isa isin anaaf akka hojjetuuf ergitan raawwachuufis jireenya isaa fittee irraan ga'e. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 እን ገርጋርሰ እስን ናፍ ኬኑ ህንደንደእን ናፍ ኬኑፍ፣ ጅሬኘሳሌ ደበርሴ ኬኑን፣ ሆጂ ክርስቶሲፍ ጄዼ ዱኡዩ ገኤ ቱሬቲ። Sien die hoofstuk |