ፊልጵስዩስ 2:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Isin gad of qabuudhaan akka waan warri kaan isin caalaniitti ilaalaa malee fedhii ofittummaatiin yookaan of tuulummaatiin waanuma tokko illee hin hojjetinaa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Gad of deebisuudhaan warra kaan of irra caalchisaa lakkaa'aa malee, yaada ofittummaatiin yookiis of dhiibuudhaan waan tokko illee hin hojjetinaa*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 እስን ገድ ኦፍ ቀቡዻን አከ ዋን ወር ካን እስን ጫለኒት እላላ መሌ ፌዺ ኦፍቱማቲን ዮካን ኦፍ ቱሉማቲን ዋኑመ ቶኮሌ ህንሆጄትና። Sien die hoofstuk |