ፊልጵስዩስ 2:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 yoo isin dubbii jireenyaa jabeessitanii qabattan ani akkasumaan akka hin fiigin yookaan akkasumaan akka hin dadhabin guyyaa Kiristoositti of jajuu nan dandaʼa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Guyyaa Kristos firdiidhaaf dhufutti akkasumaan waanan hin fiiginiif, akkasumaan waanan hin dadhabiniif, akkan ittiin of jajutti, dubbii jireenyaa jabeessaa qabadhaa*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ዮ እስን ዱቢ ጅሬኛ ጀቤስተኒ ቀበተን አን አከሱማን አከ ህንፊግን ዮካን አከሱማን አከ ህንደዸብን ጉያ ክርስቶስት ኦፍ ጀጁ ነንደንደአ። Sien die hoofstuk |