ፊልጵስዩስ 1:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kadhannaan koo kanaa dha: kunis akka jaalalli keessan beekumsaa fi hubannaa hundaan ittuma fufee baayʼatu, Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Jaalalli keessan ogummaa qabaachuutti, dubbii gargar baasee hubachuuttis baay'isee itti caalaa akka adeemu nan kadhadha*; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከዸትናንኮ ከናዸ፦ ኩንስ አከ ጃለልኬሰን ቤኩምሳፊ ሁበትና ሁንዳን እቱመ ፉፌ ባይአቱ፣ Sien die hoofstuk |