ፊልጵስዩስ 1:7 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa7 Waan isin garaa koo keessa jirtaniif ani waaʼee hunda keessanii akkanatti yaaduun koo anaaf sirrii dha; hidhamuu koo keessattis taʼu yookaan wangeelaaf falmuu kootii fi akka wangeelli cimee dhaabatu gochuu koo keessatti hundi keessan na wajjin ayyaana Waaqaa keessatti hirmaatuutii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo7 Waa'ee hunduma keessanii yeroon yaadu immoo, garaan koo waan isin bira jiruuf, hidhamuu koo keessatti, wangeelaaf falmuutti, isa cimsee dhaabuuttis ayyaana anaaf kenname keessaa hundumti keessan akka qabdan yaaduun anaaf qajeelaa dha. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ7 ዋን እስን ገራኮ ኬሰ ጅርተኒፍ አን ዋኤ ሁንደኬሰኒ አከነት ያዱንኮ አናፍ ስሪዸ፤ ህዸሙኮ ኬሰትስ ተኡ ዮካን ወንጌላፍ ፈልሙኮቲፊ አከ ወንጌል ጭሜ ዻበቱ ጎቹኮ ኬሰት ሁንድኬሰን ነ ወጅን አያነ ዋቃ ኬሰት ህርማቱቲ። Sien die hoofstuk |