ፊልጵስዩስ 1:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe sun hamma guyyaa Kiristoos Yesuusitti akka raawwatu nan amana. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 Waaqayyo inni hojii gaarii isin keessatti jalqabe, hamma guyyaa Kristos Yesus deebi'ee dhufutti, fiixaan akka baasu nan amanadha*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 እን ሆጂ ጋሪ እስን ኬሰት ጀልቀቤ ሱን ሀመ ጉያ ክርስቶስ ዬሱስት አከ ራወቱ ነንአመነ። Sien die hoofstuk |