ፊልጵስዩስ 1:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 isin guyyaa jalqabaatii hamma ammaatti wangeela lallabuu keessatti hirmaattaniirtuutii; Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Kadhata koo keessattis guyyaa duraatii jalqabdanii hamma har'aatti hojii wangeelaa keessaa waan qabaattaniif, Waaqayyoon nan galateeffadha*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 እስን ጉያ ጀልቀባቲ ሀመ አማት ወንጌለ ለለቡ ኬሰት ህርማተኒርቱቲ፤ Sien die hoofstuk |