ፊልጵስዩስ 1:30 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa30 kunis walʼaansoo ani keessa ture isa argitan sanaa fi isa ani amma iyyuu keessa jiru kan dhageessan kana keessa darbuutti waan jirtaniifii dha. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo30 Kanatti dhama'uu koo akkuma kanaan dura ana irraa argitan, ammas waa'ee kootiif dhaga'aa jirtan, isinis itti dhama'uu in dandeessu*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ30 ኩንስ ወልኣንሶ አን ኬሰ ቱሬ እሰ አርግተን ሰናፊ እሰ አን አመዩ ኬሰ ጅሩ ከን ዸጌሰን ከነ ኬሰ ደርቡት ዋን ጅርተኒፊዸ። Sien die hoofstuk |