ፊልጵስዩስ 1:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Warri weennoo fi morkiidhaan lallaban immoo utuu garaa qulqulluun hin taʼin, mana hidhaa keessatti rakkina natti cimsuuf jedhanii fedhii ofittummaatiin Kiristoosin lallabu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Warri akeeka ofii isaanii duukaa bu'anii yaada jal'aadhaan Kristosin lallaban garuu, hidhamuu koo irratti rakkina kaasuu in yaadu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ወር ዌኖፊ ሞርኪዻን ለለበንሞ ኡቱ ገራ ቁልቁሉን ህንተእን፣ መነ ህዻ ኬሰት ረክነ ነት ጭምሱፍ ጄዸኒ ፌዺ ኦፍቱማቲን ክርስቶስን ለለቡ። Sien die hoofstuk |