ፊልጵስዩስ 1:15 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa15 Namoonni tokko tokko dhugumaan weennoo fi morkiidhaan Kiristoosin lallabu; warri kaan garuu yaada gaariidhaan lallabu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo15 Jarri tokko hinaaffaa irraa, anaan morkachuu irraas kan ka'e Kristosin in lallabu; warri kaan immoo fedha gaarii irraa kan ka'e Kristosin in lallabu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ15 ነሞትን ቶኮ ቶኮ ዹጉማን ዌኖፊ ሞርኪዻን ክርስቶስን ለለቡ፤ ወር ካን ገሩ ያደ ጋሪዻን ለለቡ። Sien die hoofstuk |