ፊልጵስዩስ 1:14 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa14 Sababii ani hidhameefis obboloota keessaa garri caalaan Gooftaa amanatanii, dubbii Waaqaa sodaa malee dubbachuuf ija jabina guddaa argataniiru. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo14 Sababii ani mana hidhaatti galfameef obboloonni garri caalan gooftaa amanatanii, dubbii Waaqayyoo sodaa malee dubbachuudhaaf caalaa ija jabaatan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ14 ሰበቢ አን ህዸሜፍስ ኦቦሎተ ኬሳ ገር ጫላን ጎፍታ አመነተኒ፣ ዱቢ ዋቃ ሶዳ መሌ ዱበቹፍ እጀ ጀብነ ጉዳ አርገተኒሩ። Sien die hoofstuk |