ፊልጵስዩስ 1:12 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa12 Yaa obboloota, wanti narra gaʼe kun dhugumaan wangeela babalʼisuuf gargaaruu isaa akka beektan nan barbaada. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo12 Obboloota ko! Wanti ana irra ga'e kun wangeela bal'isuuf ba'eessa godhee hojjechuu isaa akka beektan nan barbaada*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ12 ያ ኦቦሎተ፣ ወንት ነረ ገኤ ኩን ዹጉማን ወንጌለ በበልእሱፍ ገርጋሩሳ አከ ቤክተን ነንበርባደ። Sien die hoofstuk |