Efesoon 5:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Garuu waaʼeen halalummaa yookaan xuraaʼummaa gosa kamii iyyuu yookaan waaʼeen doqnummaa gidduu keessanitti hin dhagaʼamin; wanni akkasii qulqulloota Waaqaa biratti hin barbaachisuutii. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 Akka warra Waaqayyoof qulqullaa'aniitti jiraadhaa malee, halalummaan, xuraa'ummaan hundinuu, sassatis isin gidduutti hin dhaga'amin iyyuu*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 ገሩ ዋኤን ሀለሉማ ዮካን ጡራኡማ ጎሰ ከሚዩ ዮካን ዋኤን ዶቅኑማ ግዱኬሰንት ህንዸገአምን፤ ወን አከሲ ቁልቁሎተ ዋቃ ብረት ህንበርባችሱቲ። Sien die hoofstuk |