Efesoon 2:20 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa20 isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniirtu; Kiristoos Yesuus ofii isaatii mataa dhagaa golee ti. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo20 Isin hundee ergamootaa fi raajotaa irratti ijaaramtaniittu, Kristos Yesus immoo ofii isaatii dhagaa golee qajeelchuu dha*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ20 እስን ሁንዴ ኤርገሞታፊ ራጆታረት እጃረምተኒርቱ፤ ክርስቶስ ዬሱስ ኦፊሳቲ መታ ዸጋ ጎሌት። Sien die hoofstuk |