Daaniʼel 9:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Yaa Waaqayyo nuu fi mootonni keenya, ilmaan moototaatii fi abbootiin keenya waan cubbuu sitti hojjenneef qaaniidhaan haguugamneerra. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yaa Waaqayyo, nuyi cubbuu hojjenneerra, kanaafis nuyi, mootonni keenya, gurguddoonni keenya, abboonni keenyas yeellaanee lafa in ilaalla*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ያ ዋቀዮ ኑፊ ሞቶትንኬኘ፣ እልማን ሞቶታቲፊ አቦቲንኬኘ ዋን ጩቡ ስት ሆጄትኔፍ ቃኒዻን ሀጉገምኔረ። Sien die hoofstuk |