Daaniʼel 9:6 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa6 Nu tajaajiltoota kee raajota warra maqaa keetiin mootota keenyatti, ilmaan mootota keenyaatti, abbootii keenyaa fi saba lafaa hundatti dubbatan sana hin dhaggeeffanne. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo6 hojjetoota kee raajota warra maqaa keetiin mootota keenyatti, gurguddoota keenyatti, abboota keenyatti, saba biyyichaa hundumaattis dubbatan nuyi hin dhaggeeffanne. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ6 ኑ ተጃጅልቶተኬ ራጆተ ወረ መቃኬቲን ሞቶተኬኘት፣ እልማን ሞቶተኬኛት፣ አቦቲኬኛፊ ሰበ ለፋ ሁንደት ዱበተን ሰነ ህንዸጌፈትኔ። Sien die hoofstuk |