Aanlyn Bybel

- Advertensies -




Daaniʼel 8:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa

8 Reʼeen sunis akka malee guddate; garuu yeroo humni isaa jabaatetti gaanfi isaa guddichi isa irraa cabe; qooda isaas gaanfawwan afur guddatanii gara bubbeewwan samii afraniitti baʼan.

Sien die hoofstuk Kopieer

Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoo

8 Yommus korbeessichi reettii sun hammana kan hin jedhamne of-guddise; yeroo inni baay'ee jabaatetti garuu gaanfi isaa inni guddichi in cabe; qooda isaas gaanfonni bakkeetti mul'atan afur gara golee waaqaa arfaniitti in ba'an*.

Sien die hoofstuk Kopieer

ክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ

8 ሬኤን ሱንስ አከ መሌ ጉደቴ፤ ገሩ ዬሮ ሁምንሳ ጀባቴት ጋንፍሳ ጉድች እሰራ ጨቤ፤ ቆደሳስ ጋንፈወን አፉር ጉደተኒ ገረ ቡቤወን ሰሚ አፍረኒት በአን።

Sien die hoofstuk Kopieer




Daaniʼel 8:8

Volg ons:

Advertensies


Advertensies