Daaniʼel 8:26 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa26 “Mulʼanni galgalaa fi ganama sitti mulʼifame sunis dhugaa dha; garuu sababii inni waan bara dheeraa booddee taʼuuf jiru argisiisuuf isa cufi.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo26 Inni waa'ee ganamaa fi galgalaa mul'ata keessatti himame sun dhugaa dha; garuu guyyaa baay'ee waan turuuf, mul'aticha cufii kaa'i!>> naan jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ26 “ሙልአትን ገልገላፊ ገነመ ስት ሙልእፈሜ ሱንስ ዹጋዸ፤ ገሩ ሰበቢ እን ዋን በረ ዼራ ቦዴ ተኡፍ ጅሩ አርግሲሱፍ እሰ ጩፍ።” Sien die hoofstuk |