Daaniʼel 8:11 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa11 Akka waan ajajaa loltoota Waaqaatiin wal qixxaateettis mataa ol qabate; aarsaa guyyaa guyyaa illee isa irraa fudhate; iddoon isaa qulqulluunis gad darbatame. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo11 Inni hamma isa macca waaqa irraa abboomuutti iyyuu of guddiseera; aarsaan walitti fufee isa abboomu sanaaf dhi'eeffamus duraa in fudhatame; lafti iddoo qulqullaa'aa isaas in gara galfame*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ11 አከ ዋን አጀጃ ሎልቶተ ዋቃቲን ወል ቅጣቴትስ መታ ኦል ቀበቴ፤ ኣርሳ ጉያ ጉያሌ እሰራ ፉዸቴ፤ እዶንሳ ቁልቁሉንስ ገድ ደርበተሜ። Sien die hoofstuk |