Daaniʼel 7:28 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa28 “Dhumni waan sanaa kana. Ani Daaniʼel yaada kootiin akka malee nan dhiphadhe; fuulli koo ni geeddarame; ani garuu waan sana garaa kootti qabadheen ture.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo28 Dubbiin kun kana irratti in dhume; yaadni koo ana Daani'elin baay'ee na raase, bifni koos in geddarame; dubbicha garuu yaadattan qabadhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ28 “ዹምን ዋን ሰና ከነ። አን ዳንኤል ያደኮቲን አከ መሌ ነንዽጰዼ፤ ፉልኮ ንጌደረሜ፤ አን ገሩ ዋን ሰነ ገራኮት ቀበዼን ቱሬ።” Sien die hoofstuk |