Daaniʼel 7:18 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa18 Garuu qulqulloonni Waaqa Waan Hundaa Olii mootummaa sana ni fudhatu; bara baraanis ni fudhatu; eeyyee, bara baraa hamma bara baraatti ni dhaalu.’ Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo18 Warri isa hundumaa gara irraa jiruu fi qulqullaa'an garuu mootummicha in fudhatu; mootummicha yeroo hundumaaf bara baraan in qabaatu>> jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ18 ገሩ ቁልቁሎትን ዋቀ ዋን ሁንዳ ኦሊ ሞቱማ ሰነ ንፉዸቱ፤ በረ በራንስ ንፉዸቱ፤ ኤዬ፣ በረ በራ ሀመ በረ በራት ንዻሉ።’ Sien die hoofstuk |