Daaniʼel 6:2 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa2 innis isaan irratti bulchitoota ol aantota sadii muude; isaan keessaas tokko Daaniʼel ture. Akka mooticha irra rakkinni hin geenyeefis ilmaan moototaa kunneen bulchitoota ol aantota sadan jalatti bulu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo2 isaan irratti immoo namoota sadii mataa godhee irra kaa'e; warra sadanii keessaas tokko Daani'el ture; warri kutaa mootummaa isaa bulchan immoo hojiin mootichaa akka hin hir'anneef wanta itti gaafatamaniif, warra sadan kanaaf deebii in kennu. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ2 እንስ እሳንረት ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰዲ ሙዴ፤ እሳን ኬሳስ ቶኮ ዳንኤል ቱሬ። አከ ሞትቸረ ረክን ህንጌኜፍስ እልማን ሞቶታ ኩኔን ቡልችቶተ ኦል ኣንቶተ ሰደን ጀለት ቡሉ። Sien die hoofstuk |