Daaniʼel 5:9 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa9 Kana irratti Beelshaazaar mootichi kan duraa caalaa sodaatee fuulli isaa geeddarame; qondaaltonni isaas waan godhan wallaalan. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo9 Belshaazaar mootichis guddisee nagaa dhabee, bifni isaa geddaramee, gurguddoonni isaas waan jedhan in wallaalan. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ9 ከነረት ቤልሻዛር ሞትች ከን ዱራ ጫላ ሶዳቴ ፉልሳ ጌደረሜ፤ ቆንዳልቶትንሳስ ዋን ጎዸን ወላለን። Sien die hoofstuk |