Daaniʼel 5:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Ergasiis ogeeyyiin mootichaa hundi ol seenan; isaan keessaa garuu namni katabbii sana dubbisuu yookaan hiikkaa isaa mootichatti himuu dandaʼu tokko iyyuu hin argamne. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Yommus beektonni mootichaa hundinuu ol lixan; garuu caaffaticha dubbisuu, hiikaa isaas mootichatti beeksisuu hin dandeenye*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 ኤርገሲስ ኦጌዪን ሞትቻ ሁንድ ኦል ሴነን፤ እሳን ኬሳ ገሩ ነምን ከተቢ ሰነ ዱብሱ ዮካን ሂካሳ ሞትቸት ህሙ ደንደኡ ቶኮዩ ህንአርገምኔ። Sien die hoofstuk |