Daaniʼel 5:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Ani akka ati hiikkaa kennitee rakkoofis fala kennuu dandeessu dhagaʼeera. Yoo ati katabbii kana dubbiftee hiikkaa isaa natti himuu dandeesse, uffata diimaa dhiilgeetu sitti uffifama; faayi warqees morma keetti siif kaaʼama; mootummaa koo keessattis bulchaa ol aanaa sadaffaa taata.” Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Ati garuu hiikaa kennuu, wanta nama rakkisus hiikuu akka dandeessu ani dhaga'eera; amma caaffaticha dubbisuu hiikaa isaas anatti beeksisuu yoo dandeesse, uffanni bildiimaan sitti in uffifama, diranni warqees morma keetti in kaa'ama, mootummaa koo keessatti immoo iddoo isa sadaffaa qabattee in moota>> jedhe. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 አን አከ አት ሂካ ኬንቴ ረኮፍስ ፈለ ኬኑ ደንዴሱ ዸገኤረ። ዮ አት ከተቢ ከነ ዱብፍቴ ሂካሳ ነት ህሙ ደንዴሴ፣ ኡፈተ ዲማ ዺልጌቱ ስት ኡፍፈመ፤ ፋይ ወርቄስ ሞርመኬት ሲፍ ካአመ፤ ሞቱማኮ ኬሰትስ ቡልቻ ኦል ኣና ሰደፋ ታተ።” Sien die hoofstuk |