Daaniʼel 4:3 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa3 Mallattoowwan isaa akkam gurguddaa dha; dinqiin isaas akkam jabaa dha! Mootummaan isaa mootummaa bara baraa ti; bulchiinsi isaas dhalootaa hamma dhalootaatti jabaatee dhaabata. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo3 milikkitoonni isaa attam gurguddaa dhaa, dinqiiwwan isaas maal maal aango-qabeeyyii dhaa! mootummaan isaa mootummaa bara baraa ti, inni dhalootaa hamma dhalootaatti darbee in mo'a*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ3 መለቶወንሳ አከም ጉርጉዳዸ፤ ድንቂንሳስ አከም ጀባዸ! ሞቱማንሳ ሞቱማ በረ በራት፤ ቡልቺንስሳስ ዸሎታ ሀመ ዸሎታት ጀባቴ ዻበተ። Sien die hoofstuk |