Daaniʼel 4:16 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa16 Qalbiin isaas qalbii namaa irraa geeddaramee qalbiin horii isaaf haa kennamu; kunis hamma waggaan torba darbutti haa taʼu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo16 Sammuun isaa sammuu namaa irraa haa geddaramu; sammuun bineensaas isaaf haa kennamu; barri torbas isa irratti haa darbu; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ16 ቀልቢንሳስ ቀልቢ ነማራ ጌደረሜ ቀልቢን ሆሪ እሳፍ ሃኬነሙ፤ ኩንስ ሀመ ወጋን ቶርበ ደርቡት ሃተኡ። Sien die hoofstuk |