Daaniʼel 4:13 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa13 “Ani mulʼata utuun siree koo irra ciisee jiruu arge sana keessatti nan ilaale; fuula koo duras ergamaa qulqulluu samiidhaa gad buʼaa jiru tokkotu ture. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo13 <<Utuun siree koo irra ciisee jiruu, mul'ata mataa koo keessa dhufe keessatti kunoo, ergamaan qulqullaa'aan dammaqee eegu tokko bantii waaqaa keessaa gad utuu bu'uu nan arge; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ13 “አን ሙልአተ ኡቱን ስሬኮረ ጪሴ ጅሩ አርጌ ሰነ ኬሰት ነንእላሌ፤ ፉለኮ ዱረስ ኤርገማ ቁልቁሉ ሰሚዻ ገድ ቡኣ ጅሩ ቶኮቱ ቱሬ። Sien die hoofstuk |