Daaniʼel 3:25 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa25 Innis, “Ilaa! Ani namoota ibidda keessa deddeebiʼan afur nan arga; isaanis hin hidhamne; hin miidhamnes; inni afuraffaan immoo ilma waaqotaa fakkaata” jedheen. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo25 Innis itti dabalee,<<Ani garuu kunoo namoonni afur hiikamanii, miidhamni tokko utuu isaan irra hin ga'in ibidda keessa asii fi achi adeemuu isaanii nan arga; bifni isa afuraffaa immoo bifa ilma waaqayyolii in fakkaata>> jedhe*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ25 እንስ፣ “እላ! አን ነሞተ እብደ ኬሰ ዴዴብአን አፉር ነንአርገ፤ እሳንስ ህንህዸምኔ፤ ህንሚዸምኔስ፤ እን አፉረፋንሞ እልመ ዋቆታ ፈካተ” ጄዼን። Sien die hoofstuk |