Daaniʼel 3:17 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa17 Yaa Mootii, nu yoo boolla ibiddi keessaa balaliʼutti darbatamne, Waaqni nu isa tajaajillu sun nu oolchuu dandaʼa; harka keetii illee nu baasuu dandaʼa. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo17 Oolchuu yoo ta'e immoo, Waaqayyo keenya inni nuyi waaqessinu ibidda boba'aa keessaa nu oolchuu in danda'a, harka kee keessaas nu in oolcha, yaa mootii*! Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ17 ያ ሞቲ፣ ኑ ዮ ቦለ እብድ ኬሳ በለልኡት ደርበተምኔ፣ ዋቅን ኑ እሰ ተጃጅሉ ሱን ኑ ኦልቹ ደንደአ፤ ሀርከኬቲሌ ኑ ባሱ ደንደአ። Sien die hoofstuk |