Daaniʼel 2:46 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa46 Nebukadnezar mootichi addaan lafatti gombifamee Daaniʼeliif sagade; ulfinas kenneef; akka aarsaa fi ixaana isaaf dhiʼeessanis ajaje. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo46 Yommus Nebukadnezaar mootichi adda isaatiin gad gombifamee Daani'eliif sagade; ka'ees aarsaanii fi ixaanni akka isaaf dhi'eeffamuuf in abboome*; Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ46 ኔቡከድኔዘር ሞትች አዳን ለፈት ጎምብፈሜ ዳንኤሊፍ ሰገዴ፤ ኡልፍነስ ኬኔፍ፤ አከ ኣርሳፊ እጣነ እሳፍ ዽኤሰንስ አጀጄ። Sien die hoofstuk |