Daaniʼel 2:21 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa21 Inni barootaa fi waqtiilee ni geeddara; mootota teessoo irra ni teessisa; irraa buusas. Inni ogeeyyiif ogummaa, beektotaafis hubannaa ni kenna. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo21 Inni yeroo, kutaa baraas in geddara, mootota mootummaa irraa in buusa, isaan in moosisas; warra ogeessotaaf iyyuu ogummaa, warra beektotaafis hubatanii beekuu isatu kenne*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ21 እን በሮታፊ ወቅቲሌ ንጌደረ፤ ሞቶተ ቴሶረ ንቴስሰ፤ እራ ቡሰስ። እን ኦጌዪፍ ኦጉማ፣ ቤክቶታፍስ ሁበትና ንኬነ። Sien die hoofstuk |