Daaniʼel 12:8 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa8 Anis nan dhagaʼe; garuu hin hubanne. Kanaafuu ani, “Yaa gooftaa ko, dhumni waan kana hundaa maal taʼa?” jedheen gaafadhe. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo8 Ani kana nan dhaga'e, garuu hin hubanne; kanaaf,<<Yaa gooftaa ko, dhumni wanta kanaa maali?>> nan jedheen. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ8 አንስ ነንዸገኤ፤ ገሩ ህንሁበትኔ። ከናፉ አን፣ “ያ ጎፍታኮ፣ ዹምን ዋን ከነ ሁንዳ ማል ተአ?” ጄዼን ጋፈዼ። Sien die hoofstuk |