Daaniʼel 12:5 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa5 Ani Daaniʼel nan ilaale; kunoo fuula koo dura namoonni biraa lama dhadhaabatanii turan; tokko qarqara lagaa gamanaan, inni lammaffaan immoo qarqara lagaa gamasiin ture. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo5 Ani Daani'el ilaalee, ergamoota biraa lama immoo, inni tokko hidhii lagaa gamana, inni kaanis hidhii lagichaa gama keessa utuu dhaabatanii nan arge. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ5 አን ዳንኤል ነንእላሌ፤ ኩኖ ፉለኮ ዱረ ነሞትን ብራ ለመ ዸዻበተኒ ቱረን፤ ቶኮ ቀርቀረ ለጋ ገመናን፣ እን ለመፋንሞ ቀርቀረ ለጋ ገመሲን ቱሬ። Sien die hoofstuk |