Daaniʼel 12:10 - Hiikkaa Ammayyaa Haaraa Loqoda Dhiʼaa10 Namoonni baayʼeen ni qulqulleeffamu; warra hirʼina hin qabne ni taʼu; ni calalamus; hamoonni garuu ittuma fufanii hammaatu. Namoota hamoo keessaa tokko iyyuu hin hubatan; ogeeyyiin garuu ni hubatu. Sien die hoofstukMacaafa Qulqulluu Afaan Oromoo10 Namoonni baay'een in qulleeffamu, in qoramu, in calalamus; warri jal'oonni garuu jal'ina isaanii ittuma in dabalu, warra jal'oota keessaa tokko illee kana hin hubatu; warri ogeeyyiin garuu hubachuuf jiru*. Sien die hoofstukክታበ ቁልቁሉ፣ ሂካ አመያ ሃራ10 ነሞትን ባይኤን ንቁልቁሌፈሙ፤ ወረ ህርእነ ህንቀብኔ ንተኡ፤ ንጨለለሙስ፤ ሀሞን ገሩ እቱመ ፉፈኒ ሀማቱ። ነሞተ ሀሞ ኬሳ ቶኮዩ ህንሁበተን፤ ኦጌዪን ገሩ ንሁበቱ። Sien die hoofstuk |